Abbaan muuziqaa Jaazii Itoophiyaa Mulaatuu Astaaxiqee waltajjiirraa miira gammachuutiin dinqisiifattoota waltajjii muuziqaa isaa kan dhumaarratti argaman harka mirmirsee nagaa gaafate. Hangafti ...
Kibroom Barihuu akka raapparoota Ameerikaa fi Awurooppaa maqaa waltajjii qofa osoo hin taane, maqaa isaa guutummaatti gara 'Q. Rap' jijjiirrate. Indastirii muuziqaa raappii Ameerikaa keessatti ...
Meeshaa muuziqaa gatamee mana taa’u qabduu? Tarii mucaan keessan faayidaa lakkoofsa hin qabne barnoota muuziqaa irraa akka argatu barbaaddu taha. Ykn ammoo yeroo hunda tarii garee keessatti tapahchuuf ...